Ezekiel 13:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini raagootaani jettu, Naaboni teesani injiddi, anini tamna bokayatifi d'akhaani roobe, bubbe jabduleeni d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu worra hallu'uun uwwisanitti akka kaloon jigu himi; dirsa'atu bu'a; dhagaa barada'aa guddaa gad dhiisa; haboonbolatti'itu kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, worra halluu adii dibu saniin, ‹Bokkeenni baradaan hin dhufa; dhakaan bokkeyaa guddaan gad hin bu'a; bubbeen bokkeyaa hin bubbitti; dalleenni sunille hin jiga› jedhiin.