Ezekiel 13:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
raagoota lafa Yerusalemuni, lafti nagaya jettu, ta ufiftu lafti suni nagaya inqamne. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan raattota Israa'elii waan Yerusaalemiitiif uduu nageenni hin jirre nagayatu jira jedha'aa mudhata arga'aa raaga dubbatan; waan kana ka dubbate ana Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
raagoti Israa'elii worri marroo Yerusaalemii raage, nageenni adoo hin jiraatin, ‹Nageya› jedhanee, mudhii nageyaa worri dhagge hin jiranu; tana ana Mootii Waan Maraatitti dubbate.