Ezekiel 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Namicha, amma nad'eeni gosa teeti ta woi himtu laali, dubbi worraa d'aareesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Ilma namaa! ammallee dubartoota yaaduma ufii keessaa burqiisisanii banii keessatti raaga dubbatanitti xiinxallii raaga dubbadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati fuula keeti gara dubartoota kolbaa teetii worra qalbii ifii keessaa fuudhee raaga raaguu deebifadhu. Isaan irratti raagiitii,