Ezekiel 13:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, raagoota Israeli ta woma qalbiini isii hereddu faddu, dubbi worraa, d'aareesi waan jettuuni, Dubbi AABBO Waaqa ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! raattota Israa'elii ka matama ufii keessaa fuudhanii raaga dubbatanitti raaga dubbadhu; kana caalaa dubbii Rabbii akka dhagayan isaanitti himi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Raagota Israa'elii worra raaga raagiisatti jiranu irratti raaga dubbadhu; worra yaaduma ifii keessaa raaga dubbatanuun, ‹Jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a› jedhiin.