Ezekiel 13:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini qud'aama isani hod'itani, akasiini dua jireenna nama ch'ufa harkati deefachu feetani, diqole infed'u. Anini qud'aama suni harka keesani iraa ch'ire, gumi isani dua jireenna isii harkati deefachu feetani tana ga lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Qudhaama isin banii ittiin balleessitan hin jibba; qudhaama harka keessan irra jiru kukkutee lubbuu isin akka simbirraniititti qabdan bilisa baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Kunoo, ani qudhaama isin lubbuu akka simbirre'ee ittiin adansitanu san irratti ka'ee, harka keessan irraa cicciree, kolbaa isin akka simbirre'ee adansitanu san bilisa hin baasa.