Ezekiel 13:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hagogo mata keesani iraa fuud'e gumi tiyya harka keesani jalaa baasa, aka isiini deebite isaniti indeebine. Duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haguugguu keessan biinxee banii kiyya harka keessan keessaa baasa; lammata isaan isin harkatti hin kufan; isinillee akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marata mata'aa san irraa cicciree kolbaa tiyya harka keessan jalaa hin baasa; haganaa achi isaan harka keessan jala hin galanu; isinille ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan.