Ezekiel 13:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyiba keesanini isani nama dadansa anini balleesu infeene sodachiiftani, worra hamamale ka sila hameenna ufi lakise lubbu ufi baasu fed'u d'owartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra balchaa ani hin gaddisiifne sobaan waan gaddisiiftaniif; cubbamaan karaa ufii ka cubbu'uu irraa deebi'ee lubbuu ufii akka hin oolfanne cubbuu isaatiin waan isa jajjabeessitaniif;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worra balchaa ani addii hin kutachiisin, isin dharaan addii kutachiittanee, worri hamaan jiru'uun jiraatiisaaf cubbuu irraa akka hin deebine jajjabeessitaneertan.