Ezekiel 13:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma daayya teesani ta d'araatifi wonti d'ara ka isani faddani ya muumme baate. Anini gumi tiyya harka keesani keesaa baasa, duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin ammaa achi mudhata sobaa hin argitan; hujii falfalaallee hin hojjattan; banii kiyya harka keessan keessaa hambisa; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, haganaa achi isin mudhii dharaa hin dhaggitanu; moruulle hin mortanu; ani kolbaa tiyya harka keessan keessaa hin baasa; yennaa san ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan» jedha.