Ezekiel 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Raagooti daalloti tunini imbaddi! Worri qalbuma ufitini woi faga, ammo daayya womatu inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbiin maraa olii jedhu Raattota gowwoota matama ufii keessaa burqisiisanii raaga dubbatanii fi uduu mudhata hin argine worra mudhata argine jedhan isaan hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, raagota gowwoolee worra adoo waan tokkolle hin dhaggin, yaada ifii hordofee raaga dubbatuuf aanne'e.