Ezekiel 13:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla naaboni ch'abt'eeni inqorqoratu, yokhaani injaaru, tanaafi guyya AABBO Waaqi woraanaani d'ufu nami Israeli tokoleeni dandae duraa imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin guyyaa lola Rabbii jala jabaattanii dhaabachuu akka dandeettan gara hulee diiggamee hin baane; yookaan kaloo Israa'elii deebiftanii hin ijaarre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Mootiin Waan Maraa, lola te'u irraa hafee dhaabbachuu akka dande'u, gara dalleya cabee ol hin baane yookiin kolbaa Israa'eliitiif dalleya deebittanee hin ijaarre.