Ezekiel 13:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayyani worraa d'ara, himaansi worraleeni kiyyiba. Worri waan kana AABBO Waaqati jed'a, nuni jed'e, jed'a, ka anini worra inergini. Ato waan suni beekhu worri dubbi worraa ta d'ugooftu eega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudhanni isaanii soba; falfalli isaaniillee kijiba; uduu Rabbi isaan hin ergine ‹Rabbi akkana jedha› jedhan; kunillee ta'ee akka waan dubbiin isaanii raawwatamuutitti laalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mudhii sobaa dhagganeeran; moruu dharaalle moriisatti jiran. Mootiin Waan Maraa adoo isaan hin ergin, isaan, ‹Mootiin Waan Maraa akkana jedha› jedhaa, jecha isaanii akka inni muummessu eegatan.