Ezekiel 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagafi nama isa wo gaafatule woma takaati qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichinii fi namni waa isa gaafachu'uuf dhufu isaan lachuu adabbii wol fakkaatutu isaan irra gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi akkuma namicha woy isa gaafatiisa dhufee san yakkaamessa hin te'a; isaan lamaanuu woluma qixxee hin adabaman.