Ezekiel 14:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani anini worra Israeli ufiraa garagalu d'owe, ch'ubbu hamtu worra t'ureesitu iraa deebisa. Duuba akanaani worri gumi tiyya tae aninileeni Waaqa worraa taha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani wonti waan kana godhuuf akka baniin Israa'elii ammaa achi karaa na bira geessu hin dogoggorree fi akka lammata yakka ufii maraanuu uf hin batteessineef; yoo kanaan jabaatanii dhaabatan ani Waaqa isaanii ta'a; isaanillee banii kiyya ta'an» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii haganaa achi ana irraa hin gortu; yakkaa ifii maralle'een deebitee ifi hin batteessitu; isaan kolbaa tiyya hin te'an; anille Waaqa isaanii hin te'a jedha; Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbateera› jedhi» jedhe.