Ezekiel 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani anini bineensa ala, ka worra suni fit'u iti erge, bineensi sunini lafa suni ch'ufa balleese, namileeni sodaa keesaa bahu dad'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani biyyattii sanitti bineensa ergee akka biyyattiin sun nama dhabduu fi akka eennullee isii keessa lufuu hin dandeennetti biyyattii san ona taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani biyya san keessa bineensa hamaa ergee, bineensi sun ijoollee fixee, sababa bineensa hamaa sanii nami tokkolle isii keessa dabaruu dhabee, biyyi sun yoo onte,