Ezekiel 14:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ato worri sunini sadeenu arti jiraatele haga anini AABBO Waaqi guddaani jiru imbaasu. Worri lubbu ufi ch'alla baasa, ammo laftileeni badde ona taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waaqa jiraataa waan ta'eef yoma namoonni sadihii sunniinillee achi jiraatan isaan lubbuu ufii malee ijoollee ufiituu hambisuu hin danda'an; biyyattiin ona taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiirti sadiin sun isii keessa adoo jiraattelle'ee, ani jiraata'a! Isaan lubbuu ifii qofa baafatan malee, ijoollee ifii ta dhiiraatii fi ta durraa baafatuu hin dande'anu; lattille ona hin teeti. Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbateera.