Ezekiel 14:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani anini had'iisa lafa sunitini d'ufe woraana hama namaafi saa hobaasu iti erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu biyyattii sanitti woraana fidee namootaa fi busaayaa meeshaa waa balleessuun akka badan yoo godhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yookiin ani biyya sanitti shallaagaa fidee, namaa fi bineensalle shallaaga'aan biyya san irraa yoo fixe,