Ezekiel 14:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ato worri sunini sadeeni arti jiraatele haga anini AABBO Waaqi guddaani jiru — jari kunini dandae ilmaani ufi imbaasu, lubbu ufi male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waaqa jiraataa waan ta'eef yoma namoonni sadihii sunniinillee achi jiraatan lubbuu ufii malee ijoollee ufiituu hambisuu hin danda'an» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiirti sadiin sun biyya san keessa adoo jiraattelle'ee, ani jiraata'a! Isaan ifi qofa baafatan malee, ijoollee ifii ta dhiiraatii fi ta durraa baafatuu hin dande'anu; Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbateera.