Ezekiel 14:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ammalle anini ch'iisa d'ukuba hama lafa sunitini d'ufe dallansu keesa namaafi saala hobaase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yookaan biyyattii sanitti balaa buusee akka lola kiyyaan lubbuun namoota hedduutii fi busaaya'aa badu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yookiin biyya sanitti dhukkuba buusee, mufii tiyya itti dhangalaasiisaan ijjeesee namaa fi bineensa isii irraa yoo fixe,