Ezekiel 14:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato Nuhufi Danielifi Ayubuleni arti jiraatanile — jari kunileeni dandae ilmaani worrale imbaasu. Dansumti worraa lubbuma worra ch'allaa baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Rabbi Waaqa jiraataa waan ta'eef Noohi, Daani'eelii fi Iyyoob yoma isaan keessa jiraatan lubbuma ufii hambifatan malee ijoollee ufiituu hambisuu hin danda'an» jedha Rabbi Gooftaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nohi, Daani'elii fi Iyoobille isii keessa adoo jiraatanelle'ee, balchummaa ifiitiin lubbuma ifii qofa baafatan malee, ijoollee ifii ta dhiiraatii fi ta durraa baafatuu hin dande'anu; Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbateera.