Ezekiel 14:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami bahe ilmaani ufile baasu jiraate, yo worri siti gad'ufe worra laali. Aka worri ch'ubbicha ilaali, ammalle aka gaargali anini worra Israelitini d'ufe suni worraa male, tanaani beekhi;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ijoolleen dhiiraatii fi ta intalaa worri achii bayee hafu hin jiran; isaanillee gara keessan dhufan; isin hennaa jireenna isaaniitii fi hujii isaanii argitan rakkoo Yerusaalemitti fide, waan hamaa isaanitti fide maraa irraa hin jajjabaattan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, kunoo, worri jiru'uun Yerusaalem keessatti hafanu ijoolleen dhiiraatii fi durraa hin jiran; yennaa isaan gara keessan dhufanu, isin akka isaan itti le'anuu fi hujiin isaanii hantuu akka teete yennaa dhaggitane, balaa ani Yerusaalem irratti fide, waan hantuu ani isii irratti godhe mara irraa hin jajjabaattan.