Ezekiel 14:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba aka anini waan kana ch'ufa d'uga gula tolche beeta. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna isaaniitii fi hujii isaanii yoo argitan hin jajjabaattan; woma tokkollee duwwamaan akka hin goone hubattan» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka isaan itti le'anuu fi hujiin isaanii hantuu akka teete yennaa dhaggitane hin jajjabaattan; wonni ani achi keessatti godhe martille sababa malee akka hin te'in hin beettan. Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbateera» jedhe.