Ezekiel 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, jari kunini yayu Waaqa d'ara, ka harkaani boch'ani kana jaalate gula yae, akanaani ch'ubbu keesa ufi buuse. Worri waan anini dubbi worra jalaa qabu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! namoonni kunniin onnee ufii waaqolee tofama'aa kennaniiran; yakki isaanii isaan afo'otti akka gufuu ta'u godhaniiran; haga wonti kun ta'een maayessa fedha kiyya na gaafachuun kolbaa?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Jarri tun qalbii ifii waaqota dharaatiif kennaneeran; yakki isaanii akka isaan duratti gufuu te'u godhaneeran. Maarre ani akka isaan waan tokko na gaafatanu godhuu qabaa ree?