Ezekiel 14:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti harkaani boch'ani sunini ch'ufti yayu worra Israeli naraa garagalchite, ammo anini dubbuma tiyya tanaani worra ufi gula deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani waan kana godhuuf onnee worra Israa'elii ka ana dhiisanii gara waaqolee tolfama'aa deeman maraa deebisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu karaa waaqota dharaa ka ifiitiin na lakkisaneeran; ani qalbii kolbaa Israa'elii mara gara kiyya deebifatiisaaf tana godha› jedha.