Ezekiel 14:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan atini worra Israelitini jettu, wonti AABBO Waaqi jed'u tana: Kara hama qara keesa jirtani suni iraa deebia, waan harkaani boch'ani kana lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu ati banii Israa'eliitiin ‹Rabbiin maraa olii akkana jedha; waaqolee tolfamaa keessan dhiisa'aatii aagii galaa'a! hujii badaa keessan ka nama gufachiisu maraa irraa deebi'aa'a!» jedhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, ati kolbaa Israa'eliitiin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Cubbuu teessan irraa deebi'a'aatii, waaqota dharaa keessan lakkisa'a! Hujii teessan battii san mara irraa deebi'a'a!