Ezekiel 14:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo raagi sobame dubbi d'ara fage, nami isa sobe ana, AABBO Waaqa. Duuba anini isati kae, gumi Israeli keesaa isa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Raattichi tokko yoo waa isa gaafatanii inni deebii sobaa deebisu'uuf ta'e ani Rabbi akka inni waan san godhu ittuma dhiisa; yoo inni waan kana godhe banii Rabbii keessaa isa balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Raagichi sun sobamee raaga yoo dubbate, ka raagicha san sobe ana Mootii Waan Maraa ti; ani harka kiyya isa irratti diriirsee, kolbaa tiyya Israa'el keessaa isa hin balleessa.