Ezekiel 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dandaani isi woma ira imid'aasani? Waan d'ibi lakisi dandaani fannole intolfatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan tokko ijaaru'uuf hin fayyadaa? makkallaa meeshaa itti fannifatan irraa hojjatuun hin danda'amaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan tokko ittiin hujiisaaf muki muka woyni'ii irraa muramee beekaa ree? Nami meya tokko itti fannifatiisaaf hookkoo isa irraa muratee beekaa?