Ezekiel 15:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isiini malteefi qoraanuma ibidati. Yo hunda isii gubaani jiddu keesale t'at'aelchani, dandeete woi ira imid'aasita?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ibiddaan bobeessuu malee waan biraatiif hin fayyadu; yoo qacceen isaa gubatee bobayeen maayessa isaan waan tokko ijaaruu hin danda'anii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka qoraanii ibiddatti naqameen duuba, ibiddi qaccee isaa lamaanuu gubee fixee, wodhakkaa isaalle yennaa xaa'ileesse, muki woyni'ii sun waan tokko ittiin hujiisaaf bu'aa hin qabaa ree?