Ezekiel 15:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini qara woma keesa injirtu, ammo amma, ka ibidi t'at'aelche gube hagasile ingeetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu hin gubanneen duratti waan gatii hin qabne yoo ta'e haga ibiddi gubeen maayessa ka san caalaa faayidaa hin qabne ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, adoo hin gubatinuu muki woyni'ii sun womaa bu'aa hin qabu. Ibiddi gubee yennaa xaa'ileesse fa'a irra caala'aayyuu ka bu'aa hin qanne te'a.