Ezekiel 15:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Akuma zabibu badda keesa ch'irani gubani akasuma anini nama Yerusalemu keesa jiru tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin maraa olii akkana jedha, «akkuma mukkiin bosona keessa jiran keessaa jirma woyini'ii muka qoraanii godhe banii Israa'eliillee akkasuma godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani akkuma mukoota badda'aa keessaa, muka woyni'ii qoraaniif tolche, kolbaa Yerusaalemiille akkasuma hin tolcha.