Ezekiel 15:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri qara ibida toko ya duraa bahe, ammo amma ibida d'ibiti d'ufe worra balleesa. Gaafa anini d'ufe worra balleesu suni aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaaniin lola; yoma henna'aaf ibidda jalaa bayanillee ibiddi isaan guba; ani hennaa isaaniin lolu akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isaan loliisaaf fuula kiyya gara isaanii hin deebifadha. Isaan ibidda jalaa miliqanulle ibiddumatti isaan fixa; yennaa ani isaan loliisaaf fuula kiyya gara isaanii deebifadhu, ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan.