Ezekiel 15:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri na dideefi, aninileeni lafa worraa balleese ona tolcha. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ana abdachuu dhiisaniiran; anillee akka biyyattiin isaanii lafa onaa taatu godha» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isaan naaf addatamuu diddaneef, anille lafa isaanii hin onsa› jedhee Mootiin Waan Maraa dubbateera» jedhe.