Ezekiel 16:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini woya barreesani ch'okhanifi kope machala dansaafi hagogo booftatifi woya laasa ta uyifatanile sii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shinshinii kuulaan bareechisan sitti uwwise; kophee gogaa mishaa irraa hojjatame sitti godhe; uffata haarrii gatii gudda'aa mata'atti sii hidhe; uffata ulfinnaa ka waan gara garaa irraa hojjatame irraan sii dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma woyaa nama hujii harkaa beekuun kuulantee dhowante sitti uffisee, kophee gogaa dansaa irraa hujante sitti keyee, woyaa quncee talba'aa dansa'aa fi haarrii irraa hujantelle sitti uffise.