Ezekiel 16:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini mid'aaguma anini sii kenne sunini lafa ch'ufa keesa gurra baafte. Tunini waan AABBO Waaqi guddaani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gaachenaa fi ulfinna kiyya si irra kaayee waan guddisee si bareechiseef sababaa bareeda kee ka hanqinna hin qabneetiif biyyi maruu si beeke; ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Arnyi ani sii kenne shaggummaa teeti guutuu waan godheef, shaggummaa teetiin gurri keeti gosa biyya adda addaa oddu'utti beekkame jedha, Goottaan Mootiin Waan Maraa.