Ezekiel 16:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini woya barreesani ch'okhani ta anini sii kenne taani fuute fakeenna d'iira ka mid'aasite kaaniti keete, d'ad'afi hit'aana anini si kennele baafteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata bifa gara garaatiin bareede ka ani sii kenne fuutee fakii waaqolee tolfama'aa sanniinitti uwwifte; sayitii ejersaatii fi hixaanallee fuutee fakii sanniinii dhiyeessite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati woyaa teeti ta nama hujii harkaa beekuun kuulantee dhowantelle isaanitti uffisiisaaf fuutee, zayitii ejersaa tiyyaa fi hixaana kiyya isaan dura keette.