Ezekiel 16:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, Yerusalemu waan hamtu isiini taate kana garsiisi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! wonti jibbisiisaan Yerusaalem goote hagam akka badaa ta'e isi'itti himi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Hujii isi'ii battittii Yerusaalemitti himi;