Ezekiel 16:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa atini hammaate sharmut'a taate, atini taka waan ijoollumaa taate inqaabanne — ka qulla teete, d'iiga d'aloota keesa gangalate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna kee ka seebaraa ka nama jibbisiisu ka hennaa ijoollummaa keetii hin qaabanne; kana jechuun qullaa akka taate, akka hennaa dhiigaan maanxamtee dhidhiitattuu ati sirima hin qaabanne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii teeti ta battumma'aatii fi ta sagaagalumma'aa tana maraan, bara dargaggummaa teetii ta qullaa teeti akka gadhaa haadha teetii keessaa baatetti dhiiga keessa irkattee dhidhiitattu san hin qaabanne.