Ezekiel 16:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Atini ya badde! Ya badde! Atini hameenna suni ch'ufa tolchite duuba,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Si hobbaas! si hobbaas!» haga waan hamaa sanniin maraa hojjatteen maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Aanne'e, si'iif Aanne'e!› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa; waan hantuu tana mara gooteen duuba,