Ezekiel 16:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma yayu harka siti olfud'ad'e aka si balleese eeba tiyya ta qara si qoode sira fud'ad'u. Anini yayu harka worra Filisti, ka si jibbe dabaafi ch'ubbu tanteetifi si tufateti si kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu ani si adabu'uu fi gayaa eebba keetii si irraa dhidhisu'uuf harka kiyya hiixadheera; akka isaan waan barbaadan si irratti hojjataniif si'i diina keetitti, durummaa kee worra Filisxeemii ka si sodaachisanitti dabarsee kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, tanaaf, ani si adabiisaaf harka kiyya diriirsee, diinota keeti worra joljolaa, ijoollee durraa ta Filisxeemotaa ta sababa hujii teeti ta sagaagalaatiin qaaneffatanetti dabarsee si kenneera.