Ezekiel 16:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra kaani inquufiniifi, amma maraate worra Ashuru gula fiidde. Atini worrale sharmut'a taate, ammo worrileeni si inquufsine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin seebaru'uu ka kaawwan woliin hojjattu sii hanqatee worra Asoorii woliin seebarte; garuu isaanillee dheebuu si hin baafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan hin quufiniif, worra Asoorii wolille'een sagaagalte; isaan wolille'een adoo sagaagaltuu haga ammaa sagaagala quufuu hin dandeenne.