Ezekiel 16:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettuuni, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: Atini duri lafa kanaaniti d'alatte, abbaani kanke gosa Amori haati tante gosa Hiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Rabbiin maraa olii waan isi'iitiif jedhu akkana jedhii isi'itti himi; «Ati biyya Kana'aanii keessatti dhalatte; Abbaan kee nama gosa Amoorotaati; haatee nama gosa Hiitotaati;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, Yerusaalemiin, ‹Hundee teetiin, dhaloota keetiin ati nama lafa Kana'aanii ti; abbaan keeti nama Amoorotaa ti; haati teetille worra Heetotaa ti.