Ezekiel 16:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Atini huji tana ch'ufa akuma sharmut'a ch'eera foko inqamne hojatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ati akka dubartii hin saalfannee ta seebartuutitti ka waan kana maraa raawwatte dadhabduu attamii taateeti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati akka dubartii sagaagaltittii hin qaaneffannee, tana mara yennaa gootu yaadi keeti attam attam dadhaba'a ree? Jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.