Ezekiel 16:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sharmut'a hori baasani, ammo atini gaarayoota tante ch'ufaa woi kennite, akasiini worra gumbeesite, gara ch'ufa ufiti ga fuute ufi bira bulchite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartii seebartuu gati'itu kaffalamaaf, ati garuu bikka gatii fudhattuu goshoota teetii kennaa kennita; akka isaan hulee gara garaatii dhufanii si woliin seebaran gatii isaaniin sobdu isaanii kennite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiirti dubartoota sagaagaltoota maraaf beesee kenniti; ati ammoo akka isaan karaa maraa dhufanee si woliin sagaagalanu, gaarayyoota teetiif beesee safu'uu isaaniif kennita.