Ezekiel 16:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini gaarayoota tante ta atini jaalatufi ta atini jibbitule ch'ufa wolti baase, ila worraa durati qunch'ise woya siraa baase qulla si d'aaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani sababaa kanaaf worra ati woliin gammadde, ka ati jaalattee fi ka ati jibbite maraa akka nafa kee qullaa argan naannoo maraa wolitti qabee isaan afo'otti qullaa si hambisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tanaaf ani kunoo gaarayyoota teeti worra ati woliin gammaddu mara, ka ati jaalattee fi ka ati jibbitelle adaala maraa wolitti qabee nafa qullaa keeti akka isaan dhagganuuf, woyaa sirraa mulqee isaan duratti qullaa si hambura.