Ezekiel 16:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maneeni tante ch'ufa gube nad'eeni heddu durati gaargala kanke mullisa. Anini huji sharmut'oma iraa si deebise, gaarayoota teetile hori baasu si d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan manniin kee ibiddaan guban; isaan dubartoota hedduu afo'otti murtii ufii si irratti mirkaneessan; akkaataa kanaan akka ati hujii seebaraa kee kana dhiiftuu fi worra si jaalatuu gatii seebaraa kaffaluu kee akka dhiiftu si taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mana keeti mara ibiddaan hin guban; gumii dubartootaa duratti sitti hin muran; ani akka ati sagaagalummaa lakkittu si hin godha; haganaa achi worra si jaalatuuf gatii hin kaffaltu.