Ezekiel 16:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan gaafa atini kaima anini sii tae, deete, waan hamtu tolchite kana ch'ufaani na dallansiifte. Waan sunifi anini amma d'iba kana sitini d'ufa. Atini maanifi waan hamtu qaraa taate kaanile huji sharmut'oma iti darta? Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan ani hennaa ijoollummaa keetii sii godhe maraa hin irraanfatte; hujii hamaa hojjattee na aarsite; kanaafuu haguma cubbuu hojjatteen akka gatii argattu godhe; hujii badaa hojjatte maraa irratti deebitee battummaa seebaraa edaatee hojjachuun maali'iif ta'inna?» ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati hujii diqachiittuu hujje tana maraan na aarsitee, waan ani yennaa dargaggummaa teetii sii godhe waan hin qaabatiniif, ani gatii cubbuu teetii mara sii kaffaleera. Ati battummaa teeti mara irratti sagaagalummaalle hin dabalannee ree?› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.