Ezekiel 16:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini faana worraa gula deemte, waan hamtu worri tahele taate, ammo sunileeni sii ingeenne; bultuma diqo tokoti atini kara ch'ufaani worra suni ira hammaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati isaan faanaa deemtee hujii jibbisiisaa hojjachuu callaa uduu hin taane hennaa gabaabaa keessatti jireenna kee maraanuu isaan caaltee hujii hamaa hojjatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille karaa isaanii hordofattee hujii isaanii diqachiittuu san hujiisa qofa adoo hin te'in, yennaa gabaadduu keessatti karaa keeti maraan isaan caalaa waan badduu hujje.