Ezekiel 16:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Haga anini jiru, oboleetini tante sodomafi ilmaani isii hameenna siifi ilmaani tante tolchite intolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani waan jiraataa ta'eef wonti jedhu kana; obboleettiin tee Soodomii fi gandiin isi'ii waan hamaa atii fi gandiin hojjattan caalaa hin hojjanne» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani dhugumaan jiraata'a! Obboleettiin teeti Sodoomii fi ijoolleen isi'ii ta durraa, akka atii fi ijoolleen teeti ta durraa hujjane hin hunye, jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.