Ezekiel 16:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiifi ilmaani isiileeni, waan sagale quufani nagayaani taanifi, ufi saadani ufi guddisani, ammo worri hiyyeesafi d'ipata inqarqaarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yakki obboleettii tee ta Soodomii kana; isiinii fi gandiin isi'ii hin boonan; yoo hagamillee nyaataa fi dhuddoo isaan irraa hafee fi qananiillee qabaatan rakkata'aa fi hiyyeeyyii hin gargaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakki obboleettii teeti Sodoomii kana: isi'ii fi ijoolleen isi'ii ta durraa hin kooran; sagalee bacaa, qananummaalle adoo qabanuu, worra rakkata'aa fi worra hiyyeeyyii hin qarqaarre.