Ezekiel 16:50 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kiyyibe mata jabaate, waan anini jibbu ch'ufa tolchinaani akuma atini beetu kaani worra balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra dhibu ta'anii waan ani jibbu maraa raawwatan; akkuma beettu ani isaan barbadeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ifi jajanee, waan na diqachiisu mara fuula kiyya duratti hujane. Maarre ani yennaa waan kana dhagge, isaan achii balleesse.