Ezekiel 16:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samariani haga atini ch'ubbamte kana inch'ubbamne. Hameenna keetifi ka oboleyaani teeti, yo wolbira qabani, worri sii waan woma iyyakini fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samaariyaanuu wodhakkaa cubbuu keetiituu hin hojjanne; ati isii caalaa cubbuu hamaa nama jibbisiisu hojjatte; battummaa kee ka intallan haatetiitiin yoo wol bira qaban ka isaanii akka waan yakka hin qabnee fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Samaariyaan gamisa cubbuu ati hujjeeyyuu hin hunye. Ati isaan caalaa waan diqachiittuu waan hujjeef, waan diqachiittuu hujje kana maraan isaan balchoolee fakkeessite.